VIO-SWO
VIO-SWO
Moa Buba
Sagantaa RSWO - Kibxata Waxabajjii 29, 2021
27 minutes Posted Jul 1, 2021 at 2:59 am.
0:00
27:33
Download MP3
Show notes

Uummanni Oromoo, goototaa fi qabsaa'ota ilmaan isaa, kanneen qabsoo walabummaa biyya isaanii Oromyaa fi bilisummaa saba isaanii Oromoof taasisan irratti wareegaman bifa kamiin yaadachuu qaba? Kaayyoon gootota wareegamtoota Oromoo yoom guuta? Uummanni Oromoo galma qabsoo isaa ga'uuf maal gochuu qaba?… 

Baqattootni Oromoo biyya Suudii Arabiyaa keessa jiraatan, kanneen kumaatamaan lakkaa'aman, Waxabajjii 10, 2021 irraa eegaluun Magaalota Jiddaa fi Riyaad keessatti hidhamnii gidirfamaa jiran keessaa kanneen kuma-lamatti tilmaaman tibbana gara biyyaatti galfamuu, kanneen mana hidhaa Suudii keessatti hafanii jiranis soorata ga'aa dhorkamuun haala hamaa mudachaa jiraachuu.